top of page
Gumi Ortodoksii Waloomaa Oromiya
Gumi Ortodokssii Waloomaa Oromiya Deeggara
Gumin Ortodoksii Waloma Oromiyaa (OOWC), kaayyoowwan milkiin galmaan gahuuf gumaacha miseensota irraa, kennaa hordoftoota irraa, fi arjooma irratti baay'ee hundaa'a. Arjummaa fi deggersi keessan jalqabbii Gumi tajaajila amantaa fi aadaa Afaan Oromoon kennuu fi namoota rakkatan gargaaruuf gargaara. Akkasumas kennuunis Eebba Waaqayyoof galata galchuudha fi tattaaffii ofii ta’uu qooddachuudha. Arjumman keesan OOWC sagantaalee babal’isuuf deeggarsa ta'a.
Akkamin OOWC Gargaartu
Cashapp $ : xxxxxxxxxxxx
Zelle: (301) 708-8112
Karaalee Biraan Deeggaruuf
-
Tola ooltummaa
-
Taateewwaniif Gargaarsa gochuu
-
Barsisu ykn beeksisu
-
Ogummaa Keessan Ogummaa Keessan Irraa Dhiyeessaa
-
Yeroo Keessan Sagantaa & Pirojektoota Waliin Dhiyeessaas
-
Geejjibaa Gargaaru
bottom of page




